Faarfannaa 78:58, 59 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Iddoowwan ol kaʼoo isaaniitiin irra deddeebiʼanii isa dheekkamsiisan,+Fakkiiwwan isaanii warra bocamaniinis aariidhaaf* isa kakaasan.+ 59 Waaqayyo ni dhagaʼe, akka malees ni dheekkame,+Kanaafuu, guutummaatti Israaʼeliin ni dhiise.
58 Iddoowwan ol kaʼoo isaaniitiin irra deddeebiʼanii isa dheekkamsiisan,+Fakkiiwwan isaanii warra bocamaniinis aariidhaaf* isa kakaasan.+ 59 Waaqayyo ni dhagaʼe, akka malees ni dheekkame,+Kanaafuu, guutummaatti Israaʼeliin ni dhiise.