-
1 Saamuʼel 7:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Achiis Saamuʼel mana Israaʼel hundaan akkana jedhe: “Garaa keessan guutuudhaan+ gara Yihowaatti yoo deebitan, waaqolii ormaa+ fi siidaawwan Ashtooret+ of gidduudhaa yoo balleessitan, akkasumas garaa keessan guutummaatti Yihowaadhaaf yoo kennitanii fi isa qofa yoo tajaajiltan,+ inni harka Filisxeemotaa jalaa isin oolcha.”+
-