LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 79:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Balleessaa abbootii keenyaatiif akka itti gaafatamnu hin godhin.+

      Baayʼee waan gad qabamneef,

      Dafiitii gara laafina kee nutti argisiisi.+

       9 Yaa Waaqa fayyinaa keenya,+

      Maqaa kee isa ulfina qabeessa taʼeef jedhiitii nu gargaari;

      Maqaa keetiif jedhiitii nu oolchi, cubbuu keenyas nuuf dhiisi.*+

  • Ermiyaas 31:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yihowaan akkana jedha: “Sana booda isaan keessaa eenyu iyyuu, ‘Yihowaa beeki!’ jedhee nama kan biraas taʼe obboleessa isaa hin barsiisu;+ sababiin isaas, isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti hundi isaanii iyyuu na beeku.+ Ani balleessaa isaanii isaaniif nan dhiisa, cubbuu isaaniis sana booda hin yaadadhu.”+

  • Ermiyaas 33:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Balleessaa isaanii isa ittiin cubbuu na irratti raawwatan hundumaa irraa isaan nan qulqulleessa;+ cubbuu fi balleessaa isaan na irratti raawwatan hundumaas isaaniif nan dhiisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi