Isaayyaas 11:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isaan guutummaa gaara koo isa qulqulluu irratti+ miidhaaYookiin badiisa akkamii iyyuu hin geessisan,+Sababiin isaas, akkuma bishaan galaana uwwisu,Laftis dhugumaan beekumsa Yihowaatiin ni guutamti.+ Anbaaqom 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Akkuma bishaan galaana uwwisu,Laftis beekumsa ulfina Yihowaatiin ni guutamti.+
9 Isaan guutummaa gaara koo isa qulqulluu irratti+ miidhaaYookiin badiisa akkamii iyyuu hin geessisan,+Sababiin isaas, akkuma bishaan galaana uwwisu,Laftis dhugumaan beekumsa Yihowaatiin ni guutamti.+