24 Guyyaa sanatti Israaʼel sadaffaa taatee Gibxii fi Asoorii wajjin+ lafaaf eebba ni taati; 25 sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa, “Gibxiin ishiin saba koo taate, Asoor ishiin hojii harka kootii taate, Israaʼel ishiin dhaala koo taates haa eebbifaman”+ jedhee ishii ni eebbisa.