Keessa Deebii 32:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sabni Yihowaa qooda isaa ti;+Yaaqoob dhaala isaa ti.+ Faarfannaa 115:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan nu yaadata, nu eebbisas;Inni mana Israaʼel ni eebbisa;+Mana Aaronis ni eebbisa. Isaayyaas 61:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sanyiin isaanii saboota gidduutti,Ijoolleen isaaniis namoota gidduutti kan beekaman ni taʼu.+ Namni isaan argu hundi,Isaan sanyii Yihowaan eebbise taʼuu isaanii ni hubata.”+
9 Sanyiin isaanii saboota gidduutti,Ijoolleen isaaniis namoota gidduutti kan beekaman ni taʼu.+ Namni isaan argu hundi,Isaan sanyii Yihowaan eebbise taʼuu isaanii ni hubata.”+