Zakkaariyaas 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa mana Yihudaa fi mana Israaʼel, isin akkuma saboota gidduutti abaarsa taatanii turtan,+ amma ani isin nan oolcha, isinis eebba ni taatu.+ Hin sodaatinaa!+ Harka keessan jabeeffadhaa.’*+
13 Yaa mana Yihudaa fi mana Israaʼel, isin akkuma saboota gidduutti abaarsa taatanii turtan,+ amma ani isin nan oolcha, isinis eebba ni taatu.+ Hin sodaatinaa!+ Harka keessan jabeeffadhaa.’*+