Zakkaariyaas 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Guyyaa sanatti saboonni hedduun Yihowaa cinaa ni dhaabbatu,+ isaanis saba koo ni taʼu; ani si gidduu nan jiraadha.” Atis Yihowaan Gooftaan Raayyaa gara keetti akka na erge dhugumaan ni hubatta.
11 “Guyyaa sanatti saboonni hedduun Yihowaa cinaa ni dhaabbatu,+ isaanis saba koo ni taʼu; ani si gidduu nan jiraadha.” Atis Yihowaan Gooftaan Raayyaa gara keetti akka na erge dhugumaan ni hubatta.