Ibroota 4:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Dubbiin Waaqayyoo jiraataa fi humna qabeessa dha;+ goraadee karaa lamaan qara qabu kam iyyuu caalaa qaramaa dha;+ lubbuu* fi hafuura,* buusaa fi dhuka hamma gargar baasutti illee waraanee seena; yaadaa fi kaayyoo garaa namaas hubachuu dandaʼa.
12 Dubbiin Waaqayyoo jiraataa fi humna qabeessa dha;+ goraadee karaa lamaan qara qabu kam iyyuu caalaa qaramaa dha;+ lubbuu* fi hafuura,* buusaa fi dhuka hamma gargar baasutti illee waraanee seena; yaadaa fi kaayyoo garaa namaas hubachuu dandaʼa.