LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 26:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kunoo, wantoonni kun fiixee daandiiwwan isaa qofa dha;+

      Waaʼeen isaa kan dhagaʼame hasaasa xinnoo qofa dha!

      Egaa, kakawwee isaa isa jabaa eenyutu hubachuu dandaʼa?”+

  • Iyyoob 42:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Ati, ‘Inni beekumsa malee gorsa koo dukkaneessu kun eenyu?’ jetteetta.+

      Dhuguma iyyuu, waaʼee wantoota baayʼee na dinqisiisanii fi ani hin beeknee

      Hubannaa malee dubbadheera.+

  • Faarfannaa 40:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yaa Waaqa koo Yihowaa,

      Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta,

      Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha.+

      Kan siin gitu tokko illee hin jiru;+

      Ani waaʼee wantoota kanaa himuu fi dubbachuuf utuun yaalee,

      Lakkoofsi isaanii gita hin qabu!+

  • Roomaa 11:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Badhaadhinni, ogummaanii fi beekumsi Waaqayyoo akkam gad fagoo dha! Murtiin isaa matumaa qoramuu hin dandaʼu, karaan isaas bira gaʼamuu hin dandaʼu!

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi