Faarfannaa 40:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa Waaqa koo Yihowaa,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta,Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha.+ Kan siin gitu tokko illee hin jiru;+Ani waaʼee wantoota kanaa himuu fi dubbachuuf utuun yaalee,Lakkoofsi isaanii gita hin qabu!+ Faarfannaa 139:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Beekumsi akkasii hubannaa kootii oli dha.* Baayʼee fagoo waan taʼeef, bira gaʼuu* hin dandaʼu.+
5 Yaa Waaqa koo Yihowaa,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta,Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha.+ Kan siin gitu tokko illee hin jiru;+Ani waaʼee wantoota kanaa himuu fi dubbachuuf utuun yaalee,Lakkoofsi isaanii gita hin qabu!+