Faarfannaa 90:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gaaronni dhalachuu isaanii duraYookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+ Faarfannaa 93:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Teessoon kee bara duriitii jalqabee cimee dhaabbateera;+Atis yoom iyyuu jirta.+ Mulʼata 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.*
2 Gaaronni dhalachuu isaanii duraYookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+
8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.*