Uumama 21:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Sana booda Abrahaam Ber Sheebaatti muka taamaariskii tokko ni dhaabe; bakka sanattis maqaa Yihowaa+ isa Waaqa bara baraa+ taʼe ni waammate. Faarfannaa 90:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gaaronni dhalachuu isaanii duraYookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+ Ermiyaas 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu. 1 Ximotewos 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.
33 Sana booda Abrahaam Ber Sheebaatti muka taamaariskii tokko ni dhaabe; bakka sanattis maqaa Yihowaa+ isa Waaqa bara baraa+ taʼe ni waammate.
2 Gaaronni dhalachuu isaanii duraYookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+
10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.
17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.