LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 10:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Tokkoon tokkoon isaanii* fuula afur afur qabu turan. Fuulli inni jalqabaa fuula kiruubel, fuulli inni lammaffaan fuula namaa, fuulli inni sadaffaan fuula leencaa, fuulli inni arfaffaan immoo fuula risaa ture.+

      15 Kiruubelonni sun ol ni kaʼan; isaan uumamawwan jiraatoo* ani laga Kebaar+ biratti arge sanuma turan;

  • Mulʼata 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Uumamni jiraataan inni tokkoffaan leenca+ fakkaata, uumamni jiraataan inni lammaffaan qotiyyoo+ fakkaata, uumamni jiraataan inni sadaffaan+ fuula fuula namaa fakkaatu qaba, uumamni jiraataan inni arfaffaan+ immoo risaa+ barrisu fakkaata ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi