Hisqiʼel 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Tokkoon tokkoon isaanii fuula afur afurii fi qoochoo* afur afur qabu turan.+ Hisqiʼel 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Fuulli isaanii kana fakkaata ture: Arfan isaanii iyyuu karaa mirgaatiin fuula namaa fi fuula leencaa,+ karaa bitaatiin immoo fuula qotiyyoo+ qabu turan; arfan isaanii iyyuu fuula risaa+ qabu turan.+ Mulʼata 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Uumamni jiraataan inni tokkoffaan leenca+ fakkaata, uumamni jiraataan inni lammaffaan qotiyyoo+ fakkaata, uumamni jiraataan inni sadaffaan+ fuula fuula namaa fakkaatu qaba, uumamni jiraataan inni arfaffaan+ immoo risaa+ barrisu fakkaata ture.
10 Fuulli isaanii kana fakkaata ture: Arfan isaanii iyyuu karaa mirgaatiin fuula namaa fi fuula leencaa,+ karaa bitaatiin immoo fuula qotiyyoo+ qabu turan; arfan isaanii iyyuu fuula risaa+ qabu turan.+
7 Uumamni jiraataan inni tokkoffaan leenca+ fakkaata, uumamni jiraataan inni lammaffaan qotiyyoo+ fakkaata, uumamni jiraataan inni sadaffaan+ fuula fuula namaa fakkaatu qaba, uumamni jiraataan inni arfaffaan+ immoo risaa+ barrisu fakkaata ture.