LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 10:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Utuman ilaalaa jiruus, kiruubelota sana biratti geengoowwan afur nan arge; tokkoon tokkoon kiruubelotaa bira geengoon tokko tokko jira ture; geengoowwan sunis akkuma dhagaa kirisoliixos kan calaqqisan fakkaatu turan.+

  • Hisqiʼel 10:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kiruubelonni sun ol ni kaʼan; isaan uumamawwan jiraatoo* ani laga Kebaar+ biratti arge sanuma turan;

  • Mulʼata 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Teessicha dura wanti akka kiristaalii taʼee fi galaana+ burcuqqoo fakkaatu tokko jira ture.

      Gidduu teessichaa* fi naannoo teessichaa uumamawwan jiraatoon+ fuulduraa fi duubaan ijaan guutaman afur jiru turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi