LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kana gidduutti Kebroon keessatti Daawit ilmaan ni dhalche.+ Ilmi isaa inni angafaa Amnoon+ isa Ahinoʼaam+ ishiin nama biyya Yezriʼel deesse dha.

  • 2 Saamuʼel 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Inni arfaffaan Adoniyaa+ ilma Haagiit ture; inni shanaffaan Shefaatiyaa ilma Abixaal ture.

  • 1 Seenaa Baraa 3:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Ilmaan Daawit warri inni Kebroon keessatti dhalche kanneen kana turan:+ ilmi isaa inni angafaa Amnoon+ yeroo taʼu, haati isaa Ahinoʼaam+ ishii nama biyya Yezriʼel taate turte; ilmi isaa inni lammaffaan Daaniʼel yeroo taʼu, haati isaa Abigaayil+ ishii nama biyya Qarmeelos taate turte; 2 ilmi isaa inni sadaffaan Abishaalom+ ilma Maʼaakaa ture; ishiin intala Taalmaay isa mootii Geeshur taʼe sanaa ti; ilmi isaa inni arfaffaan Adoniyaa+ ilma Haagiit ture;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi