Faarfannaa 78:69 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 69 Iddoon qulqulluu isaa akka samiiwwaniitti,*Akka lafa ishii bara baraaf hundeesseettis jabaatee akka dhaabbatu godhe.+ Faarfannaa 132:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+ 14 “Kun bara baraaf iddoo boqonnaa koo ti;Fedhii koo waan taʼeef, as nan jiraadha.+
69 Iddoon qulqulluu isaa akka samiiwwaniitti,*Akka lafa ishii bara baraaf hundeesseettis jabaatee akka dhaabbatu godhe.+
13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+ 14 “Kun bara baraaf iddoo boqonnaa koo ti;Fedhii koo waan taʼeef, as nan jiraadha.+