-
2 Seenaa Baraa 6:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “Namni tokko nama kan biraa irratti cubbuu yoo hojjetee fi akka kakatu yoo godhame,* kakaa* isaa sanattis kan itti gaafatamu yoo taʼe, utuu kakaa* sana jala jiruus iddoo aarsaa keetii isa mana kana keessa jiru duratti yoo dhihaate,+ 23 ati samii keessaa dhagaʼi; isa hamaadhaaf akka hojii isaatti isaaf deebisuudhaan, akkasumas wanta inni raawwate mataa isaa irratti deebisuudhaan,+ isa qajeelaa taʼe immoo qulqulluu* taʼuu isaa ibsitee akka qajeelummaa isaatti isa kiisuudhaan+ tarkaanfii fudhadhu; tajaajiltoota keetiifis murtii kenni.
-