LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 3:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Gaarii akka isaaniif taʼu qajeelotatti himaa;

      Isaan wanta raawwataniif badhaasa ni argatu.*+

      11 Isa hamaadhaaf wayyoo!

      Badiisni isa irra ni gaʼa,

      Sababiin isaas, wanti harki isaa raawwate isa irrattis ni raawwatama!

  • Hisqiʼel 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kan duʼu lubbuu* cubbuu hojjete sana dha.+ Ilmi balleessaa abbaa isaatiin kan kaʼe yakkamaa hin taʼu; abbaanis balleessaa ilma isaatiin kan kaʼe yakkamaa hin taʼu. Qajeelummaan nama qajeelaa isumaaf qofa lakkaaʼama; hamminni nama hamaas isuma irratti qofa lakkaaʼama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi