-
Lallaba 8:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Cubbamaan tokko siʼa dhibba wanta hamaa utuma raawwatuu bara dheeraa kan jiraatu taʼus, warri Waaqa dhugaa sodaatan isa sodaachuu isaaniitiin kan kaʼe gaarii akka isaaniif taʼu nan beeka.+
-