Faarfannaa 34:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isin qulqulloonni isaa hundi Yihowaa sodaadhaa,Warri isa sodaatan homtuu isaanitti hin hirʼatu.+ Faarfannaa 103:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akkuma abbaan tokko ijoollee isaatti gara laafina argisiisu,Yihowaanis warra isa sodaatanitti gara laafina argisiiseera.+ Faarfannaa 112:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 112 Yaahiin jajadhaa!*+ א [Aleef] Namni Yihowaa sodaatu,+ב [Beet]Namni ajajawwan isaa baayʼee jaallatus gammadaa dha.+ Isaayyaas 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Gaarii akka isaaniif taʼu qajeelotatti himaa;Isaan wanta raawwataniif badhaasa ni argatu.*+ 2 Pheexiros 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;
13 Akkuma abbaan tokko ijoollee isaatti gara laafina argisiisu,Yihowaanis warra isa sodaatanitti gara laafina argisiiseera.+
112 Yaahiin jajadhaa!*+ א [Aleef] Namni Yihowaa sodaatu,+ב [Beet]Namni ajajawwan isaa baayʼee jaallatus gammadaa dha.+
9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;