Isaayyaas 30:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan nyaata dhiphinaa fi bishaan cunqursaa kan isiniif kennu yoo taʼe illee,+ Barsiisaan kee Inni Guddichi kana booda si duraa hin dhokatu; atis ijuma keetiin Barsiisaa kee Isa Guddicha+ ni argita. Isaayyaas 54:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ilmaan* kee hundi Yihowaa irraa kan baratan ni taʼu,+Nagaan ilmaan* keetiis baayʼee ni taʼa.+
20 Yihowaan nyaata dhiphinaa fi bishaan cunqursaa kan isiniif kennu yoo taʼe illee,+ Barsiisaan kee Inni Guddichi kana booda si duraa hin dhokatu; atis ijuma keetiin Barsiisaa kee Isa Guddicha+ ni argita.