LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 6:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 “Sabni kee diinota isaanii waraanuuf karaa ati isaan ergite irra yoo deeman,+ isaanis gara kallattii magaalaa ati filatte kanaattii fi gara mana ani maqaa keetiif ijaare kanaatti+ kadhannaa yoo dhiheessan,+ 35 ati samii keessaa kadhannaa isaanii fi wawwaannaa isaan fudhatama argachuuf dhiheessan dhagaʼi; murtiis isaaniif kenni.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi