LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 31:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Israaʼelotaaf Miidiyaanota+ irratti haaloo baʼi.+ Sana booda gara saba keetti walitti ni qabamta.”*+

  • Iyyaasuu 8:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan akkana jedhe: “Hin sodaatin yookiin hin jeeqamin.+ Loltoota hundumaa fudhadhuutii dhaqii Aayiin waraani. Kunoo, ani mootii Aay, saba isaa, magaalaa isaa fi biyya isaa harka keetti dabarsee kenneera.+

  • Abbootii Murtii 1:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Iyyaasuun erga duʼee booda,+ Israaʼelonni,* “Nu keessaa Kanaʼaanota waraanuuf dursee kan ol baʼu eenyu?” jedhanii Yihowaa gaafatan.+ 2 Yihowaanis, “Yihudaan ol ni baʼa.+ Kunoo, ani biyyattii harka isaatti dabarsee nan kenna”* jedhe.

  • 1 Saamuʼel 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Ammas dhaqi, Amaaleqota rukuti;+ isaaniinis taʼe wanta isaan qaban hundumaa guutummaatti balleessi.+ Isaan keessaa tokko illee hin hambisin;* dhiiras taʼe dubartii, ijoollees taʼe daaʼima, qotiyyoos taʼe hoolaa, gaalas taʼe harree, hunduma isaanii ajjeesi.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi