LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 22:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, jaarsoliin Moʼaabii fi jaarsoliin Miidiyaan gatii hoodaa harkatti qabatanii gara Balaʼaam+ deemanii dhaamsa Baalaaq isatti himan.

  • Lakkoofsa 25:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Israaʼel yommuu Shitiim+ keessa jiraachaa turetti, sabichi dubartoota Moʼaabii wajjin ejja raawwate.+ 2 Dubartoonni sunis sabicha gara aarsaawwan waaqolii isaaniitiif dhiheessanitti ni affeeran;+ sabichis isa irraa nyaachuu fi waaqolii isaaniitiif sagaduu jalqabe.+ 3 Kanaafuu, Israaʼel isaanii wajjin waaqeffannaa Baʼaal isa Pheʼor* irratti ni hirmaate;+ Yihowaanis Israaʼelitti ni dheekkame.

  • Lakkoofsa 25:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Miidiyaanota dhiphisaa; akkasumas isaan rukutaa;+ 18 sababiin isaas, isaan Pheʼoriin kan kaʼe,+ akkasumas intala ajajaa Miidiyaan kan taate obboleettii isaanii Koozbii ishii Pheʼor ishii guyyaa dhaʼichi isin irra gaʼetti+ ajjeefamte+ sanaan kan kaʼe haxxummaadhaan cubbuu akka hojjettan gochuudhaan isin dhiphisaniiru.”

  • 1 Qorontos 10:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akkuma isaan keessaa tokko tokko halalummaa* raawwatanii guyyaa tokkotti namoonni 23,000 dhuman, nutis halalummaa* raawwachuu irraa haa fagaannu.+

  • Mulʼata 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Haa taʼu malee, waanan itti si komadhu muraasa qaba; namoota barumsa Balaʼaam,+ isa ijoolleen Israaʼel wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan akka nyaatanii fi halalummaa*+ akka raawwataniif gufuu isaan dura akka kaaʼu Baalaaqiin+ barsiise sanaa jabeessanii eegan of biraa qabda.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi