Lakkoofsa 31:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: 2 “Israaʼelotaaf Miidiyaanota+ irratti haaloo baʼi.+ Sana booda gara saba keetti walitti ni qabamta.”*+
31 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: 2 “Israaʼelotaaf Miidiyaanota+ irratti haaloo baʼi.+ Sana booda gara saba keetti walitti ni qabamta.”*+