LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 27:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gaara Abaariim+ kanatti ol baʼiitii, biyya ani Israaʼelotaaf kennu ilaali.+ 13 Atis biyyattii erga argitee booda akkuma obboleessa kee Aaron+ gara saba keetti walitti ni qabamta;*+

  • Keessa Deebii 32:48-50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Yihowaan guyyuma kanatti akkana jedhee Museetti dubbate: 49 “Gara Gaara Neboo+ isa gaara Abaariim+ taʼe, isa biyya Moʼaab keessatti fuullee Yerikootti argamu kanatti ol baʼiitii, biyya Kanaʼaan isan dhaalaan Israaʼelotaaf kennu ilaali.+ 50 Akkuma obboleessi kee Aaron Gaara Hoor irratti duʼee+ gara saba isaatti walitti qabame, atis gaara itti ol baʼuuf jettu kana irratti duutee gara saba keetti walitti qabamta;*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi