LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 25:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, Israaʼel isaanii wajjin waaqeffannaa Baʼaal isa Pheʼor* irratti ni hirmaate;+ Yihowaanis Israaʼelitti ni dheekkame.

  • Lakkoofsa 31:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Pheʼorii wajjin haala wal qabateen+ dubbii Balaʼaam dhagaʼanii Israaʼelonni Yihowaadhaaf amanamoo akka hin taane kan isaan dogoggorsanii+ fi kanaan kan kaʼes, yaaʼii Yihowaa irratti dhaʼichi akka dhufu kan godhan isaan turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi