LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 9:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Yaa Israaʼel dhagaʼi, ati harʼa Yordaanosiin ceetee+ seenuudhaan biyya saboota si caalaa guguddoo fi ciccimoo taʼan,+ magaalota guguddoo dallaawwan dhagaa samii bira gaʼan qaban,+

  • Keessa Deebii 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, Waaqni kee Yihowaan si dura akka ceʼu harʼa beeki.+ Inni ibidda gubee balleessu dha;+ haxaaʼees isaan ni balleessa. Akkuma Yihowaan waadaa siif galetti, ati daftee akka isaan ariituu* fi akka isaan balleessituuf ija kee duratti akka isaan moʼaman ni godha.+

  • Keessa Deebii 13:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yihowaan akkuma abbootii keetiif kakatetti,+ aarii isaa isa bobaʼaa irraa akka deebiʼuuf, araaraa fi gara laafina akka sitti argisiisuuf, akkasumas akka si baayʼisuuf harki kee wanta badiisaaf adda baafame* tokko illee hin fudhatin.+

  • Iyyaasuu 6:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Haa taʼu malee, isin wanta guutummaatti balleeffamuu qabu keessaa waan tokko hawwitanii akka hin fudhanneef,+ akkasumas Israaʼel irratti badiisa* fiduudhaan+ wanta guutummaatti balleeffamuu qabu akka isa hin gooneef, wanta guutummaatti balleeffamuu qabu irraa fagaadhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi