-
Lallaba 7:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Namni qajeelaan yeroo hundumaa wanta gaarii godhuu fi matumaa cubbuu hin hojjenne tokko illee lafa irratti hin argamu.+
-
-
1 Yohaannis 1:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “Cubbuu hin qabnu” jennee yoo dubbanne of gowwoomsaa jirra,+ dhugaanis nu keessa hin jiru.
-