Faarfannaa 86:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa Yihowaa, ati gaarii dha,+ dhiifama gochuufis qophaaʼaa dha;+Warra si waammatan hundumaatti jaalala amanamaa hedduu ni argisiista.+ Faarfannaa 145:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan warra isa waammatan hundumaatti,Warra dhugaadhaan* isa waammatan+ hundumaatti dhihoo dha.+
5 Yaa Yihowaa, ati gaarii dha,+ dhiifama gochuufis qophaaʼaa dha;+Warra si waammatan hundumaatti jaalala amanamaa hedduu ni argisiista.+
18 Yihowaan warra isa waammatan hundumaatti,Warra dhugaadhaan* isa waammatan+ hundumaatti dhihoo dha.+