LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 4:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Innis mootota Lagicha irraa gamana jiran* hunda dabalatee, wantoota Lagicha+ gamana jiran hunda Tifsaadhaa hamma Gaazaatti+ ni toʼata ture; naannoowwan isatti marsanii jiran hunda keessa nagaan jira ture.+ 25 Guutummaa bara Solomoonitti namoonni Yihudaa fi namoonni Israaʼel Daanii jalqabee hamma Ber Sheebaatti argaman tokkoon tokkoon isaanii muka wayinii isaanii fi muka harbuu isaanii jalatti tasgabbiidhaan jiraatu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi