LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Yihowaan, ‘Isaan biyya ani isaaniif kennuuf abbootii isaaniitiif kakadhetti seenanii dhaalaan akka fudhataniif,+ sabicha dura buʼiitii deemuuf qophaaʼi’ naan jedhe.

  • Iyyaasuu 21:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Waadaawwan gaggaarii Yihowaan mana Israaʼeliif gale hundumaa keessaa waadaan* tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne; hundi isaanii iyyuu raawwatamaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi