LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 23:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Kunoo, ani duʼuufan jedha;* waadaawwan gaggaarii Waaqni keessan Yihowaan isiniif gale hundumaa keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin akka hin hafne isin garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan akka gaariitti beektu. Hundi isaanii iyyuu isiniif raawwatamaniiru. Isaan keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+

  • 1 Mootota 8:56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 56 “Yihowaan inni akkuma abdachiisetti saba isaa Israaʼeliif bakka boqonnaa kenne haa jajamu.+ Waadaa gaarii inni karaa tajaajilaa isaa Musee gale hunda keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+

  • Ibroota 6:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 kana kan godhes, karaa wantoota hin jijjiiramnee fi Waaqayyo sobuu itti hin dandeenye+ lamaan, nuti warri eegumsa argachuuf Waaqayyotti baqanne, abdii isa nu dura jiru jabeessinee qabachuuf jajjabina guddaa akka argannuufi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi