Iyyaasuu 21:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Waadaawwan gaggaarii Yihowaan mana Israaʼeliif gale hundumaa keessaa waadaan* tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne; hundi isaanii iyyuu raawwatamaniiru.+ 1 Mootota 8:56 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 56 “Yihowaan inni akkuma abdachiisetti saba isaa Israaʼeliif bakka boqonnaa kenne haa jajamu.+ Waadaa gaarii inni karaa tajaajilaa isaa Musee gale hunda keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+
45 Waadaawwan gaggaarii Yihowaan mana Israaʼeliif gale hundumaa keessaa waadaan* tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne; hundi isaanii iyyuu raawwatamaniiru.+
56 “Yihowaan inni akkuma abdachiisetti saba isaa Israaʼeliif bakka boqonnaa kenne haa jajamu.+ Waadaa gaarii inni karaa tajaajilaa isaa Musee gale hunda keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+