Faarfannaa 86:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+ Faarfannaa 119:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Garaa koo gara faayidaa ofittummaatti* utuu hin taʼin,+Gara yaadachiisawwan keetti gorsiisi. 2 Tasalonqee 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqayyoon akka jaallattanii+ fi jabaattanii Kiristoosiif akka dhaabbattan,+ Gooftaan garaa keessan kallattii sirrii taʼe irra geggeessuu isaa itti haa fufu.
11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+
5 Waaqayyoon akka jaallattanii+ fi jabaattanii Kiristoosiif akka dhaabbattan,+ Gooftaan garaa keessan kallattii sirrii taʼe irra geggeessuu isaa itti haa fufu.