2 Seenaa Baraa 7:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis mootichii fi namoonni sun hundi Yihowaa duratti aarsaawwan ni dhiheessan.+ 5 Solomoon Mootichi loon 22,000 fi hoolota 120,000 aarsaa godhee ni dhiheesse. Akka kanaan mootichii fi namoonni sun hundi mana Waaqa dhugaa ni eebbisan.+
4 Achiis mootichii fi namoonni sun hundi Yihowaa duratti aarsaawwan ni dhiheessan.+ 5 Solomoon Mootichi loon 22,000 fi hoolota 120,000 aarsaa godhee ni dhiheesse. Akka kanaan mootichii fi namoonni sun hundi mana Waaqa dhugaa ni eebbisan.+