62 Achiis mootichii fi guutummaan Israaʼel warri isaa wajjin turan Yihowaa duratti aarsaa guddaa dhiheessan.+ 63 Solomoon loon 22,000 fi hoolota 120,000 Yihowaadhaaf aarsaawwan gamtaa+ godhee ni dhiheesse. Akka kanaan mootichii fi Israaʼelonni hundi mana Yihowaa ni eebbisan.+