27 Yeroo dallaawwan Yerusaalem eebbifamanitti, isaan siimbaalii, meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii fi baganaatti fayyadamanii faarfannaa galataa dhiheessaa,+ eebba sana gammachuudhaan akka kabajaniif bakka jiraatan hundumaa irraa barbaadanii Leewwota gara Yerusaalemitti ni fidan.