Uumama 15:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+ Lakkoofsa 34:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Daangaan sun Azmoonitti kallattii isaa jijjiiree gara Laga Gogaa* Gibxiitti qajeela; dhumni isaas Galaanicha* bira ni taʼa.+ Lakkoofsa 34:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Gaara Hoor irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatittis*+ daangaa ni kaaʼattu; dhumni daangaa sanaas Zedaad+ taʼa.
18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+
5 Daangaan sun Azmoonitti kallattii isaa jijjiiree gara Laga Gogaa* Gibxiitti qajeela; dhumni isaas Galaanicha* bira ni taʼa.+
8 Gaara Hoor irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatittis*+ daangaa ni kaaʼattu; dhumni daangaa sanaas Zedaad+ taʼa.