2 Seenaa Baraa 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Solomoon waggaa 20 keessatti mana Yihowaa fi mana* ofii isaa ijaaree xumure.+ Lallaba 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Hojiiwwan guguddoo nan raawwadhe.+ Manneen nan ijaarradhe;+ mukeetii wayinii nan dhaabbadhe.+