2 Seenaa Baraa 7:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akka kanaan Solomoon mana Yihowaa fi mana mootichaa ijaaree xumure;+ akkasumas mana Yihowaa fi mana ofii isaa ilaalchisee Solomoon wanta garaa isaatti yaade hundumaa raawwachuu irratti milkaaʼina ni argate.+
11 Akka kanaan Solomoon mana Yihowaa fi mana mootichaa ijaaree xumure;+ akkasumas mana Yihowaa fi mana ofii isaa ilaalchisee Solomoon wanta garaa isaatti yaade hundumaa raawwachuu irratti milkaaʼina ni argate.+