LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 9:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Solomoon mana Yihowaa, mana mootichaa+ fi wanta hojjechuu barbaade hunda ijaaree akkuma xumureen,+ 2 Yihowaan akkuma Gibeʼon keessatti isatti mulʼatee ture, yeroo lammaffaadhaaf Solomoonitti ni mulʼate.+ 3 Yihowaan akkana isaan jedhe: “Kadhannaa kee fi wawwaannaa ati fudhatama argachuuf na duratti dhiheessite dhagaʼeera. Ani maqaan koo yeroo hunda akka ittiin waamamu gochuudhaan+ mana ati ijaarte kana qulqulleesseera; ijji koo fi garaan koos yeroo hunda achi ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi