2 Seenaa Baraa 32:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Burqaa bishaanii Giyoon+ isa olii duuchee,+ kallattii dhihaatiin gara Magaalaa Daawititti+ akka yaaʼu kan godhe Hisqiyaas ture; Hisqiyaas hojii isaa hundumaa irratti milkaaʼina ni argate.
30 Burqaa bishaanii Giyoon+ isa olii duuchee,+ kallattii dhihaatiin gara Magaalaa Daawititti+ akka yaaʼu kan godhe Hisqiyaas ture; Hisqiyaas hojii isaa hundumaa irratti milkaaʼina ni argate.