-
1 Mootota 1:45Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
45 Achiis Saadoq lubichii fi Naataan raajichi Giyoon keessatti mootii godhanii isa diban. Sana booda isaan gammachuudhaan achii ni dhufan; magaalattiinis iyyaan guutamte. Iyyi isin dhageessanis isa kana dha.
-