33 Yommuu isaan ilmoo harree sana hiikan garuu, warri harree sanaa, “Ilmoo harree kana maaliif hiiktu?” isaaniin jedhan. 34 Isaanis, “Gooftaatu barbaada” jedhan. 35 Achiis gara Yesuusitti fidan; uffata isaanii dugda ilmoo harree sanaa irra buusanii Yesuusiin irra kaaʼan.+