1 Mootota 1:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Mootichis akkana isaaniin jedhe: “Tajaajiltoota gooftaa keessanii fudhadhaa; ilma koo Solomooniinis gaangee*+ koo irra kaaʼaatii gara Giyoonitti+ gad isa geessaa. Maatewos 21:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Harree sanaa fi ilmoo ishii ni fidan; uffata isaaniis isaan irra buusan; Yesuusis irra taaʼe.+
33 Mootichis akkana isaaniin jedhe: “Tajaajiltoota gooftaa keessanii fudhadhaa; ilma koo Solomooniinis gaangee*+ koo irra kaaʼaatii gara Giyoonitti+ gad isa geessaa.