1 Mootota 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Hiiraam mootiin Xiiros+ yeroo hunda michuu Daawit waan tureef,* Solomoon bakka abbaa isaa mootii taʼee akka dibame yommuu dhagaʼu tajaajiltoota isaa gara Solomoonitti erge.+ 1 Mootota 5:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Hiiraamis dhaamsa Solomoon kana yommuu dhagaʼu baayʼee gammadee, “Saba guddaa* kana akka bulchuuf Daawitiif ilma ogeessa taʼe waan kenneef harʼa Yihowaan haa jajamu!” jedhe.+
5 Hiiraam mootiin Xiiros+ yeroo hunda michuu Daawit waan tureef,* Solomoon bakka abbaa isaa mootii taʼee akka dibame yommuu dhagaʼu tajaajiltoota isaa gara Solomoonitti erge.+
7 Hiiraamis dhaamsa Solomoon kana yommuu dhagaʼu baayʼee gammadee, “Saba guddaa* kana akka bulchuuf Daawitiif ilma ogeessa taʼe waan kenneef harʼa Yihowaan haa jajamu!” jedhe.+