LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 8:7-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Namoota Heetota, Amoorota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota+ irraa hafan, warra Israaʼelota hin taane hundumaa,+ 8 sanyiiwwan isaanii warra biyyattii keessatti hafanii fi Israaʼelonni utuu isaan hin balleessin dhiisan+ sana hojii dirqamaa akka hojjetaniif Solomoon isaan ni filate; isaan hamma harʼaatti ni hojjetu.+ 9 Haa taʼu malee, Solomoon hojii isaatiif Israaʼelota keessaa eenyuun iyyuu garba hin godhanne;+ kanaa mannaa isaan loltoota isaa, geggeessitoota ajajjoota raayyaa waraanaa isaa, ajajjoota warra gaarii fardaa oofanii fi ajajjoota abbootii fardeenii isaa turan.+ 10 Ajajjoonni bulchitootaa Solomoon Mootichaa warri ol aantummaadhaan namoota sana hojjechiisan+ 250 turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi